Kora Waxabajjii 28-29 kan miseensa fi ummata irraatti argamudha
haala qabsoo bilisummaa Oromoo, haala siyaasaa adduunyaa, xinxala
baalaa kan latan Miseensa Shanee Gumii fi I/G Jaarmiyaa fi Siyaasaa
ABO J/ Abba Caalaa Lataa, MSG Dr. Dagafa Abdissa, akkasumas
miseensoota gumii sabaa ABO biyyaa Awurooppaa jiratn qooda irraa
fhudhatan yoo ta’u koraa haalii qabsoon bilisummaa Oromoon
gaggeefammu irraatti gilalame fi miseensooni dhaaba gaaffii fi
yaada furmata irraatti latan ture.akkasumas ummani Oromoo nannoo
Oslo jiratn haala qabsoo Oromoo ABOn hoogannamu irraa jiru, dhimma
araaraa dhaabota bilisummaa fi walabummaa Oromiyaa gaggeessan
giddutti demma jiru irraatti gaaffii fi deebii baalaan latame
yoo ta’u sagantaa bashannaann aadaa Oromoo kan sirbitoonii
beekamoon irraa qooda fudhatan nagaa fi milkiin xumurame jira.







No comments:
Post a Comment